Gundhabee Waalee Waajaroo Lubaayaa Goonaa 2. Shanan Mana Baabboo 1/ Afran Mana Ituu Adaayyoo Arroojjii Waayyee Baayee 2/ Shanan Mana Baabboo Baabboo Algaa Galaan Warra Gaamoo Humbannaa Anniyyaa Sadan Sadachaa Afran kodheellee Baabboo Malkaa Danbee Biduu Annaa macca Kooyyee Qalloo Oborraa Baabbilee Dagaa Alaa Oborraa Dagaa Akkichuu ` Bilii Dooranii Yaasaa Booranii Mangaadhaa Xaayee Gorbee Kuraa Hinee Yaasaa Guutaa Guttayyuu Abbichuu Baabbilee Areelee(1) Heeban(3) Hawwiyyaa(2) Girii Dooyyoo 1.
![download template undangan pernikahan tema surat pos download template undangan pernikahan tema surat pos](https://1.bp.blogspot.com/-YxbODVCMSZ0/YJtqSs97H8I/AAAAAAAAEeo/qTB_lJTXPFE-IR_J_XzN6ky1kK81goXFwCLcBGAsYHQ/s400/Template%2BUndangan%2BNikah%2BWord%2B-%2Bzotutorial%2B2.jpg)
Hiddi laatinsa Oromota Harargee akka kanaan gadiitti tarreeffamu Marawwaa (Ituu) Afran Mana Ituu 2. Akkasuumaas Guutuu Harargee lixa qabatanii kan argaman Ilmaan Murawwa/Ituu jedhamuun kan beekaman yammuu tahu walumaaa galatti Gosootni kuniis dhuma Jaarraa kudha lammaffaa dura jalqanii seeraa gadaa tokkoon Odaa Bultum jalatti waggaa dhibba hedduuf of bulchaa turuu isaanii seenaan barreeffamaa adda addaa ni ibsa. Ilmaan Afran Qalloo immoo Afran ilmaan Qalloo yammuu tahan isaaniis Oborraa, baabbile,Dagaafi Ala jedhamuun beekaman. Oromoo: Gosoonni Oromoo kan Ilmaan bareentummaa tahan keessaa kan harargee keessa jiraatan ilmaan Humbannaa/Aniyyaati isaaniis ilmaan sadan Sadachaa Baabboo,Malkaa fi Danbee jedhamuun yammu beekaman ilmaan Afran kodheellee immo Biduu, Annaa, macca fi Kooyyee jedhamuun beekaman.